-
1 Seenaa Baraa 9:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Shaalum ilmi Qoree, ilmi Ebiyaasaaf, ilmi Qoraa fi obboloonni isaa warri garee mana abbootii isaa taʼan, jechuunis Qoraatonni karra eegdota dunkaanichaa taʼuudhaan hojiiwwan tajaajilaa achitti raawwataman ol aantummaadhaan toʼatu turan; abbootiin isaanii immoo eegdota balbalichaa taʼuudhaan buufata Yihowaa ol aantummaadhaan toʼatu turan.
-