Baʼuu 6:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Amraam Yokebeed ishii obboleettii abbaa isaa taate ni fuudhe.+ Ishiinis Aaronii fi Musee isaaf ni deesse.+ Barri jireenyaa Amraam waggaa 137 ture. Lakkoofsa 26:59 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 59 Maqaan haadha manaa Amraam Yokebeed+ yeroo taʼu, ishiin intala Leewwii ishii biyya Gibxii keessatti dhalatte dha. Ishiinis Aaronii fi Musee, akkasumas obboleettii isaanii Miiriyaamiin Amraamiif ni deesse.+
20 Amraam Yokebeed ishii obboleettii abbaa isaa taate ni fuudhe.+ Ishiinis Aaronii fi Musee isaaf ni deesse.+ Barri jireenyaa Amraam waggaa 137 ture.
59 Maqaan haadha manaa Amraam Yokebeed+ yeroo taʼu, ishiin intala Leewwii ishii biyya Gibxii keessatti dhalatte dha. Ishiinis Aaronii fi Musee, akkasumas obboleettii isaanii Miiriyaamiin Amraamiif ni deesse.+