-
Baʼuu 7:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Wantan si ajaju hundumaa irra deebitee ni dubbatta; obboleessi kee Aaronis Faraʼoonitti ni dubbata; innis biyya isaa keessaa akka baʼan Israaʼelota ni gadhiisa.
-