LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 41:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yommuu bariʼu garuu miirri isaa ni jeeqame. Kanaafuu, Faraʼoon luboota Gibxii falfala raawwatan hundumaattii fi namoota biyyattii warra ogeeyyii taʼan hundumaatti dhaamsa ergee waamsise. Abjuuwwan isaas isaanitti ni hime; haa taʼu malee, namni abjuuwwan sana isaaf hiikuu dandaʼe tokko illee hin turre.

  • 2 Ximotewos 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akkuma Yaaneesii fi Yaambires Musee morman, isaanis dhugaa mormuu isaanii itti fufu. Namoonni akkasii, sammuun isaanii guutummaatti kan mancaʼe yeroo taʼu, amantii wajjin haala wal qabateen fudhatama dhabaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi