-
Baʼuu 7:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Qurxummiiwwan Lagicha keessa jiranis ni duʼu; Lagichis ni ajaaʼa; warri Gibxiis bishaan Laga Abbayyaa dhuguu hin dandaʼan.”’”
-
-
Baʼuu 7:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Warri Gibxii hundi bishaan Laga Abbayyaa kam iyyuu dhuguu waan hin dandeenyeef, bishaan dhugamu argachuuf Laga Abbayyaatti marsanii boolla qotu turan.
-