-
Baʼuu 5:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Sana booda, Musee fi Aaron gara Faraʼoon deemanii akkana isaan jedhan: “Yihowaan Waaqni Israaʼel, ‘Lafa onaa keessatti ayyaana akka naaf kabajaniif saba koo gadhiisi’ jedha.”
-
-
Baʼuu 8:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Gara Faraʼoon dhaqiitii akkana isaan jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Akka na tajaajilaniif saba koo gadhiisi.+
-