-
Baʼuu 10:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Saba koo gadhiisuu yoo didde garuu, kunoo, ani boru biyya kee keessatti awwaannisa nan fida. 5 Isaan lafattii ni uwwisu; lafattii arguunis hin dandaʼamu. Isa cabbii irraa isiniif hafe nyaatanii fixu; mukeetii keessan warra dirree keessatti biqilan hundumaas ni nyaatu.+
-