-
Baʼuu 9:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Kunoo, ani boru saʼaatii kanatti biyya Gibxii keessatti cabbiin baayʼee sodaachisaa taʼee fi erga biyyattiin hundeeffamtee jalqabee hamma ammaatti matumaa taʼee hin beekne akka roobu nan godha.
-