-
Hojii Ergamootaa 7:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Yeroo kanatti isaan keessaa inni tokko miidhamaa akka jiru yommuu argu, isa irra goree namicha Gibxii sana rukutee ajjeesee isa miidhame sanaaf haaloo baʼe.
-