-
Baʼuu 12:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Faraʼoonis halkan sana tajaajiltoota isaa hundumaa fi namoota Gibxii kaan hundumaa wajjin ni kaʼe; manni namni keessaa hin duune tokko illee waan hin turreef, warra Gibxii gidduutti iyyi guddaan ni dhagaʼama ture.+
-