Lakkoofsa 9:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Isaan jiʼa isa lammaaffatti,+ jiʼicha keessaas guyyaa 14ffaatti yeroo dimimmisaaʼu* isa haa qopheessan. Maxinoo fi baala hadhaaʼaa wajjin isa haa nyaatan.+
11 Isaan jiʼa isa lammaaffatti,+ jiʼicha keessaas guyyaa 14ffaatti yeroo dimimmisaaʼu* isa haa qopheessan. Maxinoo fi baala hadhaaʼaa wajjin isa haa nyaatan.+