-
Hojii Ergamootaa 7:27, 28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Namichi obboleessa isaa miidhaa ture sun garuu of irraa isa darbatee akkana isaan jedhe: ‘Eenyutu bulchaa fi abbaa murtii godhee nu irratti si muude? 28 Akkuma kaleessa namicha Gibxii sana ajjeeste anaanis ajjeesuu barbaaddaa?’
-