Baʼuu 23:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ayyaana Maxinoo ni kabajja.+ Biyya Gibxii keessaa kan baate yeroo sanatti waan taʼeef, akkuman si ajajetti ati jiʼa Abiib*+ keessa yeroo murtaaʼetti guyyaa torbaaf maxinoo nyaatta. Eenyu iyyuu harka duwwaa ana duratti hin dhihaatin.+ Leewwota 23:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “‘Guyyaa 15ffaa jiʼa kanaatti Ayyaanni Maxinoo Yihowaadhaaf ni kabajama.+ Guyyaa torbaaf maxinoo nyaadhaa.+
15 Ayyaana Maxinoo ni kabajja.+ Biyya Gibxii keessaa kan baate yeroo sanatti waan taʼeef, akkuman si ajajetti ati jiʼa Abiib*+ keessa yeroo murtaaʼetti guyyaa torbaaf maxinoo nyaatta. Eenyu iyyuu harka duwwaa ana duratti hin dhihaatin.+
6 “‘Guyyaa 15ffaa jiʼa kanaatti Ayyaanni Maxinoo Yihowaadhaaf ni kabajama.+ Guyyaa torbaaf maxinoo nyaadhaa.+