Leewwota 23:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Jiʼa tokkoffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa 14ffaatti+ yeroo dimimmisaaʼu* Yihowaadhaaf Faasikaan+ ni kabajama. 6 “‘Guyyaa 15ffaa jiʼa kanaatti Ayyaanni Maxinoo Yihowaadhaaf ni kabajama.+ Guyyaa torbaaf maxinoo nyaadhaa.+
5 Jiʼa tokkoffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa 14ffaatti+ yeroo dimimmisaaʼu* Yihowaadhaaf Faasikaan+ ni kabajama. 6 “‘Guyyaa 15ffaa jiʼa kanaatti Ayyaanni Maxinoo Yihowaadhaaf ni kabajama.+ Guyyaa torbaaf maxinoo nyaadhaa.+