-
Baʼuu 10:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Achiis, “Ija koo duraa badi! Guyyaa fuula koo itti argitutti waan duutuuf, lammata fuula koo arguuf akka hin yaalle” isaan jedhe. 29 Museenis, “Akkuma ati jette, ani lammata fuula kee arguuf hin yaalu” isaan jedhe.
-