- 
	                        
            
            Baʼuu 10:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Achiis tajaajiltoonni Faraʼoon, “Namichi kun hamma yoomiitti nu doorsisa?* Waaqa isaanii Yihowaa akka tajaajilaniif, namoota kana gadhiisi. Biyyi Gibxii mancaʼuu ishii ati amma iyyuu hin hubannee?” isaan jedhan.
 
 -