Leewwota 22:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “‘Namni isaaf hin heyyamamne* wanta qulqulluu kam iyyuu nyaachuu hin qabu.+ Namni biyya ormaa keessummaa luba tokkoo taʼe yookiin namni mindeeffamee hojjetu tokko wanta qulqulluu kam iyyuu nyaachuu hin qabu.
10 “‘Namni isaaf hin heyyamamne* wanta qulqulluu kam iyyuu nyaachuu hin qabu.+ Namni biyya ormaa keessummaa luba tokkoo taʼe yookiin namni mindeeffamee hojjetu tokko wanta qulqulluu kam iyyuu nyaachuu hin qabu.