LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 18:2-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yetroon abbiyyuun Musee Sifooraa ishii haadha manaa Musee taatee fi Museen gara isaatti ishii erge sana 3 ilmaan ishii lamaanii+ wajjin fudhatee kaʼe. Museen, “Ani biyya ormaa keessatti nama biyya ormaa taʼeera” jechuudhaan maqaa ilma isaa isa tokkoo Geershom*+ jedhee moggaasee ture; 4 inni, “Waaqni abbaa kootii inni goraadee Faraʼoon+ irraa na oolche gargaaraa koo ti” jechuudhaan maqaa ilma isaa isa kan biraa immoo Eliiʼezar* jedhee moggaasee ture.

  • Lakkoofsa 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroo kanatti inni dubartii biyya Kuush fuudhee waan tureef, dubartii biyya Kuush fuudhe sanaan kan kaʼe+ Miiriyaamii fi Aaron Musee mormanii dubbatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi