Faarfannaa 105:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Isaan golguuf duumessa isaan irratti diriirse,+Halkanis ifa isaaniif kennuuf ibidda erge.+ 1 Qorontos 10:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yaa obbolootaa, abbootiin keenya hundi duumessa jala akka turanii+ fi hundi isaanii galaana keessa darbuu isaanii akka beektan nan barbaada;+
10 Yaa obbolootaa, abbootiin keenya hundi duumessa jala akka turanii+ fi hundi isaanii galaana keessa darbuu isaanii akka beektan nan barbaada;+