1 Qorontos 10:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yaa obbolootaa, abbootiin keenya hundi duumessa jala akka turanii+ fi hundi isaanii galaana keessa darbuu isaanii akka beektan nan barbaada;+ Ibroota 11:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Israaʼelonni amantiidhaan akka lafa gogaatti Galaana Diimaa keessa darban;+ haa taʼu malee, warri Gibxii kana gochuuf yommuu yaalan galaanichaan liqimfaman.+
10 Yaa obbolootaa, abbootiin keenya hundi duumessa jala akka turanii+ fi hundi isaanii galaana keessa darbuu isaanii akka beektan nan barbaada;+
29 Israaʼelonni amantiidhaan akka lafa gogaatti Galaana Diimaa keessa darban;+ haa taʼu malee, warri Gibxii kana gochuuf yommuu yaalan galaanichaan liqimfaman.+