-
Baʼuu 14:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kanaafuu, inni gaariiwwan fardaa isaa akka isaaf qopheessan ni godhe; namoota isaas ni fudhate.+ 7 Gaariiwwan fardaa filatamoo taʼan 600 fi gaariiwwan fardaa Gibxii kaan hundumaa ni fudhate; tokkoon tokkoon isaanii irras loltoonni jiru turan.
-