Keessa Deebii 11:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Namni tokko illee isin dura hin dhaabbatu.+ Akkuma isin abdachiisettis Waaqni keessan Yihowaan guutummaan biyya isin keessa deemtan sanaa isiniin kan kaʼe akka romʼuu fi akka sodaatu ni godha.+
25 Namni tokko illee isin dura hin dhaabbatu.+ Akkuma isin abdachiisettis Waaqni keessan Yihowaan guutummaan biyya isin keessa deemtan sanaa isiniin kan kaʼe akka romʼuu fi akka sodaatu ni godha.+