-
Baʼuu 16:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Guyyaa jaʼaffaattis nyaata sana tokkoon tokkoon isaaniitiif harka lama,+ jechuunis safartuu oomeerii lama walitti qabatan. Kanaafuu, geggeessitoonni yaaʼii sanaa hundi dhufanii waaʼee kanaa Museetti himan.
-