-
Baʼuu 24:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Kanaafuu, Museen tajaajilaa isaa kan taʼe Iyyaasuu+ wajjin ni kaʼe; achiis gara gaara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+ 14 Jaarsolii sanaan garuu, “Hamma gara keessanitti deebinutti asumatti nu eegaa.+ Aaronii fi Huur+ isinii wajjin jiru. Namni dhimma seeraa qabu kam iyyuu gara isaanii deemuu dandaʼa”+ jedhee ture.
-