2 Kanaafuu, Phaawulosii fi Barnaabaas namoota sanaa wajjin mormii fi falmii guddaa erga godhanii booda, Phaawulosii fi Barnaabaas, akkasumas namoonni kan biroon tokko tokko dhimma kana ergamootaa fi jaarsolii Yerusaalemitti argamanitti akka dhiheessan+ qophiin ni godhame.