- 
	                        
            
            Leewwota 24:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Akkana jedhii Israaʼelotatti himi: ‘Namni kam iyyuu Waaqa isaa yoo abaare cubbuu isaatiif itti gaafatama. 16 Kanaafuu, namichi maqaa Yihowaa arrabse sun mamii tokko malee haa ajjeefamu.+ Guutummaan yaaʼichaa dhagaadhaan tumee isa haa ajjeesu. Namni biyya ormaas Maqicha yoo arrabse akkuma lammii biyyattiitti haa ajjeefamu.
 
 -