Hojii Ergamootaa 17:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 “Kanaafuu, nuti ijoollee* Waaqayyoo erga taanee,+ Waaqayyo warqii, meetii yookiin dhagaa ogummaa fi dandeettii namaatiin bocamee tolfame fakkaata jennee yaaduu hin qabnu.+
29 “Kanaafuu, nuti ijoollee* Waaqayyoo erga taanee,+ Waaqayyo warqii, meetii yookiin dhagaa ogummaa fi dandeettii namaatiin bocamee tolfame fakkaata jennee yaaduu hin qabnu.+