39 “‘Obboleessi kee sitti dhihoo jiraatu tokko hiyyoomee yoo sitti of gurgure,+ hojii garbummaa akka siif hojjetu isa hin dirqisiisin.+ 40 Inni akkuma hojjetaa mindeeffamee hojjetuutti,+ akkasumas akka qubataatti haa ilaalamu. Hamma waggaa Iyyobeeliyyuuttis si haa tajaajilu.