LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 6:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isin gooftoliinis, doorsisuudhaan utuu hin taʼin, haaluma kanaan isaan qabaa; sababiin isaas, Gooftaan isaaniis taʼe kan keessan samii keessa akka jiruu+ fi isa bira looguun akka hin jirre beektu.

  • Qolosaayis 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Isin gooftoliin, isinis samii keessaa Gooftaa akka qabdan beekuudhaan garboota keessan qajeelummaa fi haqaan qabaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi