-
Baʼuu 22:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “Haa taʼu malee, namni tokko nama kan biraa irraa horii tokko yoo ergifatee fi abbaan horii sanaa utuu bira hin jiraatin horiin sun miidhaa cimaan yoo irra gaʼe yookiin yoo duʼe, namichi isa ergifate sun kiisii kaffaluu qaba.
-