Fakkeenya 3:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Qabeenya kee isa gatii guddaa qabuun,+Oomisha* kee hundumaa keessaa firii isa jalqabaatiin*+ Yihowaadhaaf ulfina kenni; 2 Qorontos 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu waan jaallatuuf,+ namni hundi garaa duuba yookiin dirqamaan utuu hin taʼin,+ akkuma garaa isaatti yaadetti haa kennu.
9 Qabeenya kee isa gatii guddaa qabuun,+Oomisha* kee hundumaa keessaa firii isa jalqabaatiin*+ Yihowaadhaaf ulfina kenni; 2 Qorontos 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu waan jaallatuuf,+ namni hundi garaa duuba yookiin dirqamaan utuu hin taʼin,+ akkuma garaa isaatti yaadetti haa kennu.
7 Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu waan jaallatuuf,+ namni hundi garaa duuba yookiin dirqamaan utuu hin taʼin,+ akkuma garaa isaatti yaadetti haa kennu.