-
Leewwota 22:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 “Jibichi yookiin xobbaallaan hoolaa yookiin reʼeen tokko yommuu dhalatu guyyaa torbaaf haadha isaa wajjin haa turu;+ guyyaa saddeettaffaa booda garuu aarsaa, jechuunis aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu taʼee yoo dhihaate fudhatama ni argata.
-