Keessa Deebii 16:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Haqa hin jalʼisin,+ hin loogin+ yookiin mattaʼaa hin fudhatin; sababiin isaas, mattaʼaan ija ogeessaa ni jaamsa,+ dubbii nama qajeelaas ni jalʼisa. 2 Seenaa Baraa 19:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ammas Yihowaa sodaadhaa.+ Haqa jalʼisuun,+ looguunis+ taʼe mattaʼaa fudhachuun+ Waaqa keenya Yihowaa bira waan hin jirreef, wanta gootaniif of eeggadhaa.”
19 Haqa hin jalʼisin,+ hin loogin+ yookiin mattaʼaa hin fudhatin; sababiin isaas, mattaʼaan ija ogeessaa ni jaamsa,+ dubbii nama qajeelaas ni jalʼisa.
7 Ammas Yihowaa sodaadhaa.+ Haqa jalʼisuun,+ looguunis+ taʼe mattaʼaa fudhachuun+ Waaqa keenya Yihowaa bira waan hin jirreef, wanta gootaniif of eeggadhaa.”