-
Keessa Deebii 5:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Wanta Waaqni keenya Yihowaan jedhu hundumaa dhagaʼuuf sumatu itti dhihaata; wanta Waaqni keenya Yihowaan siin jedhu hundumaas situ nutti hima; nutis ni dhageenya, hojii irras ni oolchina.’+
-
-
Iyyaasuu 24:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Kanaafuu, Iyyaasuun sabichaan, “Isin fedhii keessaniin of irratti ragoota taataniittu; ofuma keessaniinis Yihowaa tajaajiluu filattaniittu”+ jedhe. Isaanis deebisanii, “Nuti ragoota dha” jedhan.
-