LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ibroota 9:18-20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaan kan kaʼes, kakuun inni duraas dhiiga malee hojii irra hin oolle.* 19 Museen yeroo ajajawwan Seerichaa hunda guutummaa sabichaatti dubbatetti, dhiiga jibootaa fi reʼootaa, bishaan, suufii diimaa fi hiisoophii wajjin fuudhee kitaabichaa* fi guutummaa sabichaa irratti facaase; 20 yeroo facaasus, “Kun dhiiga kakuu isa Waaqayyo akka eegdan isin ajaje sanaa ti”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi