-
Baʼuu 38:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Meetiin yaaʼii sana keessaa warri galmeeffaman kennan, akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe* sanaatti taalaantii 100 fi sheeqilii 1,775 ture.
-