-
Baʼuu 38:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Sana booda miʼawwan iddoo aarsaa hundumaa, jechuunis baaldiiwwan, akaafaawwan, saaniiwwan golboo, shukkaawwanii fi qodaawwan ibiddaa ni tolche. Miʼawwan isaa hundumaas sibiila diimaa irraa ni tolche.
-
-
Baʼuu 38:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Sibiilli diimaan kennaa* taʼee dhihaate taalaantii 70 fi sheeqilii 2,400 ture.
-