Uumama 14:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Sana booda namichi miliqe tokko dhufee wanta taʼe Abraam Ibrichatti hime. Yeroo sanatti Abraam mukeetii guguddaa Maamree Amooricha+ isa obboleessa Eshkoolii fi Aneer+ taʼe sanaa bira* jiraata ture. Namoonni kun michoota Abraam turan.
13 Sana booda namichi miliqe tokko dhufee wanta taʼe Abraam Ibrichatti hime. Yeroo sanatti Abraam mukeetii guguddaa Maamree Amooricha+ isa obboleessa Eshkoolii fi Aneer+ taʼe sanaa bira* jiraata ture. Namoonni kun michoota Abraam turan.