-
1 Mootota 8:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Danqaraawwan+ sun baayʼee dhedheeroo waan turaniif, Kutaa Qulqulluu kutaa isa keessaa fuuldura jiru keessa dhaabbatanii fiixeewwan isaanii arguun ni dandaʼama ture; alaan garuu arguun hin dandaʼamu ture. Isaanis hamma harʼaatti achitti ni argamu.
-