-
Baʼuu 40:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Baattuu ibsaa+ sanas dunkaana walgaʼii keessa, minjaalicha fuuldura kallattii kibbaa godoo qulqulluu sanaatiin ni kaaʼe.
-
-
1 Mootota 7:48, 49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Solomoon mana Yihowaatiif miʼawwan kana hundumaa ni hojjete: iddoo aarsaa+ warqii, minjaala+ warqii daabboon ilaalchaa* irra kaaʼamu, 49 baattuuwwan ibsaa+ warqii qulqulluu irraa tolfamanii kutaa isa keessaa fuuldura gara mirgaa shan gara bitaas shan godhamanii kaaʼaman, akkasumas abaaboowwan,+ ibsaawwanii fi qabduuwwan warqii irraa tolfaman,+
-