LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 36:24-26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Achiis miiloowwan uraa qabanii fi maqaaniiwwan 20n kana jala oolan 40 meetii irraa ni tolche; muchawwan maqaanii tokko jala jiran lamaaniif miiloowwan uraa qaban lama, muchawwan maqaaniiwwan itti aanan jala jiran kaaniifis muchawwan lama lamaaf miiloowwan uraa qaban lama lama ni tolche.+ 25 Karaa kaaba godoo qulqulluutiif maqaaniiwwan 20 ni tolche; 26 akkasumas miiloowwan isaanii warra uraa qaban 40 meetii irraa ni tolche; maqaanii tokko jalatti miiloowwan uraa qaban lama, tokkoon tokkoon maqaaniiwwan itti aanan kaan jalattis miiloowwan uraa qaban lama lama ni tolche.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi