LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 40:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Innis akkuma Yihowaan Musee ajajetti, aarsaa gubamuu+ fi aarsaa midhaanii isa irratti dhiheessuuf, iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu+ sana balbala godoo qulqulluu, jechuunis balbala dunkaana walgaʼii dura kaaʼe.

  • 2 Seenaa Baraa 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis iddoo aarsaa sibiila diimaa dheerinni isaa dhundhuma 20, dalgi isaa dhundhuma 20 fi ol dheerinni isaa dhundhuma 10 taʼe ni hojjete.+

  • Ibroota 13:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Nuti iddoo aarsaa qabna; namoonni dunkaanicha keessatti tajaajila qulqulluu dhiheessan isa irraa nyaachuuf mirga* hin qaban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi