Leewwota 4:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Lubichis quba isaatiin dhiiga aarsaa cubbuutiif dhihaatu irraa muraasa fuudhee gaanfota iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu sanaa ni diba;+ dhiiga isaa isa hafe immoo iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu jalatti ni dhangalaasa.+
25 Lubichis quba isaatiin dhiiga aarsaa cubbuutiif dhihaatu irraa muraasa fuudhee gaanfota iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu sanaa ni diba;+ dhiiga isaa isa hafe immoo iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu jalatti ni dhangalaasa.+