-
Baʼuu 38:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Miiloowwan utubaawwan sanaa warri uraa qaban sibiila diimaa irraa, hookkoowwan utubaawwan sanaa fi wal qabsiistuuwwan* isaanii immoo meetii irraa kan tolfaman turan; utubaawwan sun gubbaan isaanii meetiidhaan kan uwwifame ture; utubaawwan mooraa sanaa hundi wal qabsiistuuwwan meetii irraa tolfaman qabu turan.+
-