-
Baʼuu 7:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “Faraʼoon ‘Dinqii raawwadhaa’ yoo isiniin jedhe, ati immoo Aaroniin, ‘Ulee kee fuudhiitii Faraʼoon duratti darbadhu’ jetta. Ulichis bofa guddaa taʼa.”+
-