Leewwota 8:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Aaronii fi ilmaan isaa,+ uffatawwan sana,+ zayitii dibataa,+ jibicha aarsaa cubbuutiif dhihaatu, korbeeyyii hoolaa lamaanii fi guuboo maxinoo sana fudhadhuutii+ Ibroota 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Lubni ol aanaan namoota keessaa filatame kam iyyuu, bakka isaanii buʼee cubbuudhaaf kennaa fi aarsaa dhiheessuuf+ wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan irratti muudama.+
2 “Aaronii fi ilmaan isaa,+ uffatawwan sana,+ zayitii dibataa,+ jibicha aarsaa cubbuutiif dhihaatu, korbeeyyii hoolaa lamaanii fi guuboo maxinoo sana fudhadhuutii+
5 Lubni ol aanaan namoota keessaa filatame kam iyyuu, bakka isaanii buʼee cubbuudhaaf kennaa fi aarsaa dhiheessuuf+ wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan irratti muudama.+