Luqaas 20:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Warri duʼan akka duʼaa kaʼan garuu, Museen iyyuu seenaa waaʼee harangamaa bobaʼuu dubbatu keessatti, ‘Waaqa Abrahaam, Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa Yaaqoob’+ jedhee Yihowaa* waamuudhaan ifa godheera.
37 Warri duʼan akka duʼaa kaʼan garuu, Museen iyyuu seenaa waaʼee harangamaa bobaʼuu dubbatu keessatti, ‘Waaqa Abrahaam, Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa Yaaqoob’+ jedhee Yihowaa* waamuudhaan ifa godheera.