Leewwota 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achiis akkuma Yihowaan isa ajajetti Museen ilmaan Aaron dhiheessee uffata dheeraa sana isaanitti uwwise; sabbata isaanitti hidhe; akkasumas marata mataa isaan irra kaaʼe.*+
13 Achiis akkuma Yihowaan isa ajajetti Museen ilmaan Aaron dhiheessee uffata dheeraa sana isaanitti uwwise; sabbata isaanitti hidhe; akkasumas marata mataa isaan irra kaaʼe.*+