Baʼuu 28:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Obboleessa kee Aaronii fi ilmaan isaa warra isaa wajjin jiranitti uwwista; isaan ni dibda,+ isaan muudda,*+ akkasumas isaan qulqulleessita; isaanis anaaf luboota taʼanii tajaajilu.
41 Obboleessa kee Aaronii fi ilmaan isaa warra isaa wajjin jiranitti uwwista; isaan ni dibda,+ isaan muudda,*+ akkasumas isaan qulqulleessita; isaanis anaaf luboota taʼanii tajaajilu.