Leewwota 22:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “‘Namni isaaf hin heyyamamne* wanta qulqulluu kam iyyuu nyaachuu hin qabu.+ Namni biyya ormaa keessummaa luba tokkoo taʼe yookiin namni mindeeffamee hojjetu tokko wanta qulqulluu kam iyyuu nyaachuu hin qabu. Lakkoofsa 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ati Aaronii fi ilmaan isaa ni muudda; isaanis itti gaafatamummaa luboota taʼuudhaan qaban ni raawwatu;+ namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu achitti yoo dhihaate haa ajjeefamu.”+
10 “‘Namni isaaf hin heyyamamne* wanta qulqulluu kam iyyuu nyaachuu hin qabu.+ Namni biyya ormaa keessummaa luba tokkoo taʼe yookiin namni mindeeffamee hojjetu tokko wanta qulqulluu kam iyyuu nyaachuu hin qabu.
10 Ati Aaronii fi ilmaan isaa ni muudda; isaanis itti gaafatamummaa luboota taʼuudhaan qaban ni raawwatu;+ namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu achitti yoo dhihaate haa ajjeefamu.”+